1 Corinthians 10:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan waan hantuu akka halchane, nuutillee waan hantuu akka hin halchine wonni kun nu'uuf fakkeenna nu ifi eeggachiisu te'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ch'ufti akheekha nuu taati, aka nu akuma worraa waan hamtu ind'araane,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin cuftii akeeka nuu taati, akka nu akkuma warraa waan hamtuu hindharraane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan kunniinillee akkuma waan hamaa dharra'an, nullee akkasuma akka hin dharraane, Kun fakkeenna nuu ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan kunninillee waan hamaa akkuma dharra'an, nullee akkasuma akka hin dharraane, Kun fakkeenna nuu ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan waan hamaa akkuma hawwan nu'llee waan hamaa akka hin hawwineef, kun marrinuu nuuf fakkeenna ufi eeggana'aa ni ta'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan hantuu akka halchane, nuutille waan hantuu akka hin halchine wonni kun nu'uuf fakkeenna nu ifi eeggachiisu te'eera.