1 Corinthians 10:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa worri gariin sagaagalee nami kumi diddamii sadi guyyaa tokkotti akkuma dhumate, nuutille sagaagaluu hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nu algalooma tolchu himmalle aka worri gari tolche, guyya tokooni nami kunki diddami sadii raawate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu algalooma tolchuu hin male; akka warrii garii tolchee, guyyaa tokkoon namii kuunkii diddamii sadii raawate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaallee gari gariin akkuma seebaran guyyaa tokkotti kumni dhibba sadihii fi kumaatamaa olii akkuma kufan, nullee akka hin seebarre.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessallee gari gariin akkuma seebaran guyyaa tokkotti kumni dhibba sadihii fi kumaatamaa olii akkuma kufan, nullee akka hin seebarre.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessa tokko tokko cubbuu sagaagalumma'aa akka hojjatan nu'llee cubbuu sagaagalumma'aa hojjachuu hin qabnnu, kana raawwachuu isaaniitiin isaan keessaa namoonni kuma diddamii sadihii, guyyaa tokkoon du'anii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa worri gariin sagaagalee nami kum diddamii sad guyyaa tokkotti akkuma dhumate, nuutille sagaagaluu hin qannu.