1 Corinthians 10:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin Goottaa haga ilaalane akkuma bofaan ijjeeffamane, nuutille Goottaa haga ilaaluu hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbole lalaachu himmalle, aka worri nami gari tolche, duuba bofi ide worra balleese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboollee lalaachuu hin malle, akka warrii namii garii tolchee, duuba bofii iddee warra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma isaan keessaa gari gariin Gooftaa qoranii bofaan dhuman, nullee akka Gooftaa hin qorre.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma isaan keessaa gari gariin Gooftaa qoranii bofaan dhuman, nullee akka Gooftaa hin qorre.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa'llee tokko tokko akkuma Gooftaa qormmaataniin fi bofaan iddamanii akkuma du'an, nu'llee Gooftaa akka hin qormaanneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin Goottaa haga ilaalane akkuma bofaan ijjeefamane, nuutille Goottaa haga ilaaluu hin qannu.