1 Corinthians 11:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ani Kiristoos fakkaadhu isinille ana fakkaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma anini Kristo akeesu isanileeni na akeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma anin fakkeenna (amala) Kiristoo fudhadhe isaniilleen fakkeenna kiyya fudhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ani Kiristoosiin fakkaadhu isinillee na fakkaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ani Kiristoosiin fakkaadhu isinillee na fakkaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Kristosiin akkuma fakkaadhu, isin'llee ana fakkaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani Kiristoos fakkaadhu isinille na fakkaadha'a.