1 Corinthians 11:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma dubartiin dhiira irraa dhaggante, dhiirtille dubartii irraa dhalatte; wonni duudiin ammoo Waaqa irraa dhagganti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nad'eeni d'iira ira uumani akasuma nad'eeni d'iira d'alti; ammalle wonti ch'ufti Waaqa iraa d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma nadheen dhiira irraa uuman akkasuma nadheen dhiira dhalti; ammallee wantii cuftii Waaqaa irraa dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dubartiin dhiira irraa argamte akkasuma dhiirtillee dubartii irraa dhalatte; maruu Rabbiin irraa argaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma dubartiin dhiira irraa argamte; akkasuma dhiirtillee dubartii irraa dhalate; maruu Rabbiin irraa argaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin dhiira irraa akkuma argamitte akkuma kana dhiirri ka dhalatu dubarttii irraayyi, garuu dhiira ta'ee dubarttii ka bira'aa marrinuu ka argamu, Waaqa biraayyi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma dubartiin dhiira irraa dhaggante, dhiirtille dubartii irraa dhalatte; wonni duudiin ammoo Waaqa irraa dhagganti.