1 Corinthians 11:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhiirti rifeensa mataa ifii dheereffachuun salphinna akka te'e, aadaan le'ii namaatuu isin hin barsiittuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka rifeensi d'eeraani d'iiraa ch'eera,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka rifeensii dheeraan dhiiraa ceeraa, uumaminiiyyuu nu hinbarsiisuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiirti rifeensa uduu dheeressee akkuma salphinna ta'e, dubartiin ammo uduu rifeensa guddifatte ulfinna akka isi'ii ta'u uumamninuu isin hin barsiisuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiirri rifeensa uduu dheeressee akkuma salphinnaa ta'e, dubartiin ammoo rifeensa yoo guddifatte ulfinna akka isi'ii ta'u uumamninuu isin hin barsiisuu? Rifeensi ulfinna akka isi'ii ta'u waan kennameeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhiirri rifeenissa mataa isaa yoo dheeresse akka qaanii itti ta'u, uumamittoonni mataan isaatuu isin barsiisaa mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti rifeensa mataa ifii dheereffachuun salphinna akka te'e, aadaan le'ii namaatuu isin hin barsiittuu?