1 Corinthians 11:15 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin ammoo rifeensa dheeraa yoo qabaatte, isi'iif ulfinnaa motii ree? Rifeensi isi'iille akka ittiin ifi gollattuuf kenname.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nad'eeni faaya, uumami nu imbarsiisu? Rifeensi d'eeraani kunini akuma woya isii kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheenii ammoo rifeena mataa dheeraan (yuubii) faayaanitii? Rifeensa dheeraa kana akka hagooggoo isii kennan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rifeensi ulfinna akka isi'ii ta'u waan kennameeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin garuu rifeenissi mataa isi'ii ka isi'iif kenname ufi ittiin haguuggu'uuf waan ta'eef, rifeenissa mataa isi'ii yoo dheerssite ulfinna isi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin ammoo rifeensa dheeraa yoo qabaatte, isi'iif ulfinnaa motii ree? Rifeensi isi'iille akka ittiin ifi gollattuuf kenname.