1 Corinthians 11:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama yaada kanaan moromuu barbaaduuf ammoo, nuuti yookiin wolde'ooti kiristaanaa ka Waaqaa, aadaa dhibii hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nami tokoleeni naani mormu fed'e, wonti anini jed'u, nufi gumiini Waaqaleeni aada d'ibi imbeennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii naan mormuu fedhee, yo jiraate, ammoo wantii anin jechu fedhuu, nuu fi gumiin Waaqaalleen aadaa dhibii hinbeennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo eennullee mormuu yoo fedhe nu'u yookaan woldaan Kiristaanaa ta Rabbii aadaa akkanaa kana hin qabnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo eennullee mormuu yoo fedhe nuu yookiin woldaan Kiristaanaa ta Rabbii aadaa akkana'aa kana hin qabnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kana mormmu'uuf naminni barbaadu yoo jiraate, nu taanee yookiin kunniin woldayoonni Waaqaa, aadaa kanaan alaa hin qabnnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama yaada kanaan moromuu barbaaduuf ammoo, nuuti yookiin wolde'ooti kiristaanaa ka Waaqaa, aadaa dhibii hin qannu.