1 Corinthians 11:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan duudi'iin dura, wolde'i kiristaanaa keessan yennaa wolitti qabamu, gargar bayiis odduu teessan akka jiru dhage'eera; wonni ani dhage'elle gamis dhugaa akka te'e hin dhugeeffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ta qaraa fiit'e, aka nami woli ind'ageenne jiddu teesani jiru la d'agaye; wonti kunini, mala kiyya, hagi toko d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qarumaa fiixee, akka walideennaa teessan keessa yaadaan gargar bahiitiin jirtu la dhagaye; mala kiyyaa, wantii kun hagii garii dhugaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dura hennaa gara Woldaa Kiristaanaa dhuftan, isin jiddu'utti wol qoqqooduun akka jiru waan dhagaya'aaruuf karaa tokkoon hin amana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dura hennaa gara Woldaa Kiristaanaa dhuftan, isin jiddu'utti wol qoqqooduun akka jiru waan dhagaya'aaruuf karaa tokkoon hin amana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraan duranatti yeroo tokkumma'aan yoo wolitti qabamttanitti, jidduu keessan gargar bayiinssi akka jiru dhagayee jira, wonitti dhagaye'llee cina'aan dhugaa ta'uu isaa ni amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan duudi'iin dura, wolde'i kiristaanaa keessan yennaa wolitti qabamu, gargar bayiisi odduu teessan akka jiru dhage'eera; wonni ani dhage'elle gamis dhugaa akka te'e hin dhugeeffadha.