1 Corinthians 11:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa worri dhugaa irra jiru foyamee akka beekkamu, odduu teessanitti gargar bayiis jiraatuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Wonti suni tahu malte aka nama qajeela jiru argani.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
(Akka nama qajeela jiru argan, wantii sun tahuu malte.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin biratti worri qoraman akka saaxilaman isin jiddu'utti akkasuma ta'uun giddi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin biratti worri qoraman akka saaxilaman isin jiddu'utti akkasuma ta'uun giddi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sirrii ka ta'an eennuun fa'a akka ta'an addaan bayanii akka beekkamaniif, jidduu isaan gargar bayiinssi jiraachuun isaa dirqama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa worri dhugaa irra jiru fowamee akka beekkamu, odduu teessanitti gargar bayiisi jiraatuu qaba.