1 Corinthians 11:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan duudi'iin yennaa maraa ana qaabataa, barsiisa ani isin barsiise waan qabattaneef isin leelliffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isani guddisa waan isani hojja ch'ufa na qaabattani barsiisa anini isaniti kenne jabeesitaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan isan yo cufaa na qaabattanii barsiisaa anin isanitti kenne jabeesitaniif isan guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waa maraanuu waan qaabattan, waan ani isin barsiise waan qaabattaniif isin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waa maranuu waan qaabattan, waan ani isin barsiise waan qaabattaniif isin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo maraa waan ana yaadachiifttanii fi barsiisa isiniif kenne'llee jabeesitanii waan qabdaniif, isin galateeffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan duudi'iin yennaa maraa na qaabataa, barsiisa ani isin barsiise waan qabattaneef isin leellifadha.