1 Corinthians 11:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa wolitti qabantanu Irbaati isin nyaattanu ka Gootta'aatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani yo wolwoldeetani sagale Aabbo nyaachu ind'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo walwaldeettan sagalee Aabboo nyaachuu hindhumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hennaa wol geettan wonti nyaattan hurbaata Goofta'aatii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa hennaa wolgeettan wonti nyaattan hurbaata Goofta'aatii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkumma'aan yoo wolitti qabamittanitti, ka nyaattan Irbaata Goofta'aatii mitii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa wolitti qabantanu Irbaati isin nyaattanu ka Gootta'aatii moti.