1 Corinthians 11:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisi ani Goottaa irraa fudhadhee isiniif dabarsee kenne kana: Gottaan Yesuus halkan dabarfamee kenname xaltaa daabbo'oo fuudhee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini waan isani barsiise Aabbo ira argad'e: aka halkani isa gurgurani suni Aabbo Yesoni qit'a fuud'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif barsiisiin anin isan barsiisu tun tama Aabboo irraa argadhe; akkuma halkan isa qabanii gurguraan sun Aabboo Yesus qixxaa fuudhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Isinitti dabarsee kenne ani Gooftaa irraa fudhadheera. Galgala gaafa Gooftaan Yesuus dabarfamee kenname xoroshoo kaasee galatoonfatee cabsee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Isinitti dabarsee keenne ani Gooftaa irraa fudhadheera. Galgala gaafa Gooftaan Yesuus dabarfamee kenname xoroshoo kaasee galateeffatee cabsee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Gooftaa irraa fudhadhee fi isiniif'llee barnnoonni dabarsse kana, halkan Gooftaan dabarffamee kennametti, hibsttii qulqulluu ol ni fuudhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisi ani Goottaa irraa fudhadhee isiniif dabarsee kenne kana: Goottaan Yesuus halkan dabarfamee kenname xaltaa daabbo'oo fuudhee,