1 Corinthians 11:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqaaf galata galchee, cassee, “Kun foon kiyya, ka isiniif te'u; kana qaabbii tiyyaaf godhadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqaa galata deebise ch'ach'abse waan jed'e, kunini nafa kiyya ka isanii jed'ani baasani. Waan kana tolcha na qaabad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa galata deebisee cacabsee, “Kunin nafa kiyya ka isanii jedhanii baasanii; waan kana tolchaa na qaabadhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«[Hoo'aa nyaadhaa'a] Kun foon kiyya ka isinii ta'uu; kana ittiin na qaabadhaa'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hoo'aa nyaadhaa'a, «Kun foon kiyya, ka isinii ta'u; kana ittiin na qaabadhaa'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kadhannaa galataa eega taasiseen duubatti'llee kukkutee, «[Hoo'aa nyaadhaa,] Kun foon kiyya ka isiniif ta'u, kana'llee yaadannoo kiyyaaf taasfadhaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaaf galata galchee, cassee, «Kun foon kiyya, ka isiniif te'u; kana qaabbii tiyyaaf godhadha'a» jedhe.