1 Corinthians 11:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin yennaa xaltaa daabbo'oo kana nyaattanuu fi muduunuu tana untanu mara, haga Goottaan deebi'ee dhufutti du'a isaa lalladdan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi haga Aabbooni d'ufuuti, yo qit'a kana nyaattani mudunu tana keesa d'uddani ch'ufa isani duisa isaa odeesitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif haga Aabboon dhufuutti, yo qixxaa kana nyaattanii muduunuu tana keessaa dhuddan cufaa isan du'a isaa himtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa xoroshoo kana nyaattanii fi mijuu kana dhuddan maraa haga Gooftaan deebi'ee dhufutti waan du'a isaa labsitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa xoroshoo kana nyaattanii fi untoo kana dhuddan maraa; Gooftaan haga deebi'ee dhufutti waan du'a isaa labsitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hibsittii qulqullaawome kana yeroo nyaattanii fi duloo tana'llee yeroo dhugiddan marattuu, haga yeroo Gooftaan dhufuu titti, du'a isaa ni dubbattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin yennaa xaltaa daabbo'oo kana nyaattanuu fi muduunuu tana untanu mara, haga Goottaan deebi'ee dhufutti du'a isaa lalladdan.