1 Corinthians 11:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle foon Gootta'aa maan akka te'e adoo hin hubatin, foon Gootta'aa yoo nyaate, muduunuu Gootta'aalle yoo une yakkaamessa ifi godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi yo inni ulfinna nafa Aabbo hojja inni sooratu ingarre, yo nyaate d'ugu ch'ufa qorsuma ufitiini d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii yo adoo ulfinna nafa Aabboo hinbeekin sagalee sooraatee, muduunuu keessa dhugee, yo nyaatee dhugu cufa murtii ufitiin dhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka uduu isaa hin malle nyaatee dhuge, foon Goofta'aa waan gargar hin baafneef uf irratti murteessee nyaata'aa dhuga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka uduu isaa hin malle nyaatee dhuge, foon Goofta'aa waan gargar hin baafneef ufirratti murteessee nyaata'aa dhuga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee foon Goofta'aa maal ta'uu isaa addaan baasee uduu hin beekin hibsttii qulqulluu Goofta'aa yoo nyaatee fi duloo Goofta'aa'llee yoo dhuge, mataa isaa irratti murtii ni fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle foon Gootta'aa maan akka te'e adoo hin hubatin, foon Gootta'aa yoo nyaate, muduunuu Gootta'aalle yoo une yakkaamessa ifi godha.