1 Corinthians 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Kiristoos mataa dhiiraa, dhiirti mataa dubarti'ii, Waaqille mataa Kiristoosii akka te'e akka beettanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini aka isani aka Kristoni nama ch'ufa ira jiru barattani fed'a, d'iirsi niiti ufi ira jira, Waaqileeni Kristo ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo anin akka isan akka Kiristoon warra dhiiraa cufaa mataa, dhiirsii niitii ufiitii mataa, Waaqiilleen Kiristoo mataa beettan fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo mataan dhiiraa Kiristoos; mataan dubarti'ii dhiira; mataan Kiristoosii Rabbiin ta'uu akka beettan fedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, mataan dhiiraa Kiristoos, mataan dubarti'ii dhiira, mataan Kiristoosii Rabbiin ta'uu isaa akka beettan fedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu mataan maraa Kristos, mataan dubartti'ii dhiira, mataan Kristosii'llee Waaqa Abbaa ta'uu isaa akka beekittan jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Kiristoos mataa dhiiraa, dhiirti mataa dubarti'ii, Waaqille mataa Kiristoosii akka te'e akka beettanu barbaada.