1 Corinthians 11:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo biyya lafaa woliin akka nu'utti hin muranne, Goottaan ammuma nu'utti muree nu adaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Aabbooti nu qore nu qajeelcha, aka nama lafa woliini nu inqorre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nama lafa waliin nuttii mure ammoo, Aabbootti qoree nu qajeelcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa nutti murteeffamu, adunyaa woliin akka nutti hin murteeffamne Gooftaan nu gorsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hennaa nutti murteeffamu, adunyaa woliin akka nutti hin murteeffamne, Gooftaan nu gorsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu maa'ii biyya lafaa woliin akka hin murtteeffamnneef, amma murtteessee Gooftaan nutti baanata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo biyya lafaa woliin akka nu'utti hin muranne, Goottaan ammuma nu'utti muree nu adaba.