1 Corinthians 11:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Irbaata Gootta'aatiif yennaa wolitti qabantanu wol eega'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya, yo wolwoldeetani sagale Aabbo nyaattani, woli eega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleeyyaan tiyya, yo sagalee Aabboo qulqulloo nyaattanii walwaldeettanii, wali eegaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf obboleeyyan tiyya! Hennaa nyaataaf wol geettan wol eegaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf obboleeyyan tiyya! Hennaa nyaataaf wolgeettan wol eegaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaa obboleeyyan! Irbaata Goofta'aatiif yeroo wolitti qabamttanitti, ufii keessan wol eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Irbaata Gootta'aatiif yennaa wolitti qabantanu wol eega'a.