1 Corinthians 11:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhiirti bifa Waaqaatii fi ulfinna Waaqaa ta mudhittu waan teeteef, mataa ifii hin hagooggatin. Dubartiin ammoo ulfinna dhiiraa mudhitti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirti mata hagogachu himmalle, waan inni fakeennafi guddinna Waaqa agarsiisufi. Ammo nad'eeni guddinna d'iira agarsiifti;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhiirtii waan fakkennaa fi guddinna Waaqaa agarsiichuuf mataa hagoggachuu hinmalle. Nadheen ammoo guddinna dhiiraa agarsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiirti worra fakkeennaa fi ulfinna Rabbii mudhisan waan ta'aniif, mataa ufiititti hin haguuggatin; dubartiin ammo ulfinna dhiiraati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiirri fakkeennaa fi ulfinna Rabbii worra mudhisan waan ta'aniif, mataa ufiititti hin haguuggatin, dubartiin ammoo ulfinna dhiiraati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhiirri bifitti Waaqaatii fi ulfinni Waaqaa'llee ka isa irratti muldhatu waan ta'eef, mataa isaa titti haguuggachuun isaan hin malu, dubarttiin garuu ulfinna dhiiraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti bifa Waaqaatii fi ulfinna Waaqaa ta mudhittu waan teeteef, mataa ifii hin hagooggatin. Dubartiin ammoo ulfinna dhiiraa mudhitti.