1 Corinthians 12:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Amma marroo kennansa Ayyaana Woyyichaa akka beettanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan kenniti Lubbu ta isani na gaafatani anini aka isani waan isii ka d'ugaa baratani fed'a, oboleyaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obbleeyyan anin amma waan kenniitii hafuuraa ka isan na gaafatan, akka isan waan isaa ka dhugaa barattan fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waan Ayyaana Woyyu'uu akka beettan fedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waan Ayyaana Woyyu'uu akka beettan fedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Amma ammoo waayee kennaawwan Hafuura Qulqulu'uu akka beekittaniif ni barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Amma marroo kennansa Ayyaana Woyyichaa akka beettanu barbaada.