1 Corinthians 12:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nafi duudiin adoo ila te'e, sila maaniin woyi dhage'a? Nafi duudiin adoo gurra te'e, sila maaniin foolee fuudha?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila nafi ch'ufti ila ch'allaa taate, maanti wo d'agaya? Yokhaani yo sila gurra ch'alla taate, maanti wo suufa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa nafii cuftii ila callaa taatee, maanti wa dhagaya? Yokaan yo silaa gurra callaa taatee, maanti wa suufa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nafti maruu uduu ija ta'ee silaa dhagayuun eessa jira? Maruu uduu gurra ta'ee, silaa maali'iin ulanna?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nafti maruu uduu ija ta'ee, silaa dhagayuun eessa jira? Maruu uduu gurra ta'ee, silaa maali'iin ulanna?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaaminni tokko guutuun ija qofa uduu ta'ee jiraatee, maali'iin dhagayuun danda'ama ture? qaaminni tokko guutuun gurra qofa uduu ta'ee jiraatee, maali'iin ulachuun danda'ama ture?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi duudiin adoo ila te'e, sila maaniin woy dhage'a? Nafi duudiin adoo gurra te'e, sila maaniin foolee fuudha?