1 Corinthians 12:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo, qooda nafa duudi'ii adda addaan akka ifii barbaadetti, addee addee isaatitti qopheesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi mita ch'ufa, aka fed'u, nafa ke naqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo mittaa cuufa akka fedhu, nafa keessa naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo Rabbi akka fedha ufiititti qaamolee san adduma addaan nafa irra godheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo Rabbi akka fedha ufiititti qaamoolee san adduma addaan nafa irra godheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu Waaqinni akka barbaadetti tokkoo tokkoon kutaa qaamaa, qaama keessatti bakka barbaachisaa qabatee akka argamu isa taasisee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo, qooda nafa duudi'ii adda addaan akka ifii barbaadetti, addee addee isaatitti qopheesse.