1 Corinthians 12:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin duri yennaa Waaqatti hin dhugeeffatin, karaa irraa gortanee gara waaqota dharaa ka dubbatiisa hin dandeennee, oofamaa akka turtane hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani imbeetani, aka gaafa isani Waaqa imbeenne, wonti harkaani boch'ani, ta woma imbaane, isani mohatte kara ira isani gorsite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gaafa isan Waaqaa hinbeenne, wantii harkaan bochan, ta homaa hinbaane, isan moohattee karaa irraa isan gorsite isanuu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma hennaa worra Yihuudota hin taane turtan, gara waaqa tolfamaa laagaa hin qabnee masakkama'aa turuu keessan hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma hennaa worra Yihuudota hin taane turtan, gara waaqa tolfamaa laagaa hin qabnee masakkama'aa turuu keessan hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne yeroo turttanitti, waan hin beekinneen eemaramittanii gara waaqolee dubbachu'uuf hin dandeenne, ka harkaan hojjatamanii ni fudhatamittan akka ture ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin duri yennaa Waaqatti hin dhugeeffatin, karaa irraa gortanee gara waaqota dharaa ka dubbatiisa hin dandeennee, oofamaa akka turtane hin beettan.