1 Corinthians 12:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ilti harkaan, “Ati anaaf hin barbaachittu” yookiin mataan miilaan, “Ati anaaf hin barbaachittu” jechuu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ilti dandeete mataani, Anini si imfed'u injettu. Yokhaani mataani miilaani, Anini si imfed'u injed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf iltii dandeettee mataan, “Anin si hin feedhu” hinjettu. Yokhaan mataan miilaan, “Anin si hinfeedhu” hinjedu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji harkaan «na hin barbaachiftu» jechuu hin dandeettu; yookaan mataan akkasuma lukaan, «na hin barbaachiftan» jechuu hin danda'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji harkaan na hin barbaachiftu jechuu hin dandeettu yookiin mataan akkasuma lukaan na hin barbaachiftan jechuu hin danda'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji harkaan, «Ati anaaf hin barbaachifttu!» jechuunii hin danda'u, mataan'llee miilaan, «Ati anaaf hin barbaachifttu!» jechuunii hin danda'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ilti harkaan, «Ati naaf hin barbaachittu» yookiin mataan miilaan, «Ati naaf hin barbaachittu» jechuu hin dande'u.