1 Corinthians 12:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qooda nafaa keessaa irra caalaa dadhabaa fakkaatanee ka mudhatanuuyyuu, guddoo barbaachisan;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diqole akasi intaatu; mita lalaaftu nafa keenna male, nu dandeenne injiraannu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Diqqoollee akkas hintaatu; mitta lalaaftuu nafa keennaa malee, nu dandeenne hinjiraannu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo qaamni namaa ka dadhabaa fakkaatan nafa caalaa barbaachisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo qaamni namaa ka dadhabaa fakkaatan nafa caalaa barbaachisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gonkumaa haalaan dadhabiddoota fakkaatanii ka muldhatan kutaawwan qaamaa, isaan barbaachisoota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qooda nafaa keessaa irra caalaa dadhabaa fakkaatanee ka mudhatanuuyyuu, guddoo barbaachisan;