1 Corinthians 12:25 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qooda nafaa wodhakkaa garaa garummaan adoo hin jiraatin, akka woliif yaadatanuuf inni tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nafi keenna gargari qooda inqabu, ammo mitaani ch'ufti woli qorqoratti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nafii keenna gargarii qooda hinqabuu, mittaan cuftii wali qorqoratti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo qaamoleen ufii sirri'itti akka wolii yaadaniif malee, nafaan akka gargar hin baaneef qaama kanniinii waan hanqate ulfinna caalu kenna'aa Rabbi akkanaan nafa wolitti qamashe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka taasise kutaawwan qaamaa jidduu adda fooyamuun uduu hin jiraatin, ufii isaaniitii akka wolii yaadaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qooda nafaa wodhakkaa garaa garummaan adoo hin jiraatin, akka woliif yaadatanuuf inni tana godhe.