1 Corinthians 12:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Duudiinuu ergantootaa ree? Duudiinuu raagotaa ree? Duudiinuu barsiisotaa ree? Duudiinuu bilbaasa hujanii ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ergattu wo taate? Yokhaani raagoota wo taate? Yokhaani barsiiftu wo taate? Nami ch'ufti jabeenna waan mamatiini tolchu wo qaba?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii ergamtoota yokaan raagoota wa taatee? Yokaan barsiisaa wa taatee? Namii cuftii jabeenna waan mamaatiin tolchu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu ergamootaa? Maruu raattotaa? Maruu barsiisotaa? Maruu maalalee hujanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu ergamootaa? Maruu raattotaa? Maruu barsiisotaa? Maruu maalalee hujanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu ergamittootaa ree? Marrinuu nabiyyootaa ree? Marrinuu barsiisotaa ree? Marrinuu baasa worra raawwatanii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duudiinuu ergantootaa ree? Duudiinuu raagotaa ree? Duudiinuu barsiisotaa ree? Duudiinuu bilbaasa hujanii ree?