1 Corinthians 12:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nami Ayyaana Waaqaatin sooreffamee, Yesuus abaaru hin jiru; akkasuma Ayyaana Woyyichaan yoo sooreffame malee eennulle, “Yesuus Gootta'a” ka jedhu akka hin jirre akka beettanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hubachu maltani aka nami Lubbuuni Waaqaa deemtuni tokoleeni dandae Yeso inabaare, ammalle nami tokoleeni dandae Yesoni Aabbo injed'u, yo Lubbuuni Qulqullooni isaani deemtu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii hafuurii Waaqaa deemuun tokkolleen danda'ee Yesus hin abaare, ammallee akka namii tokkolleen yo hafuurii qulqulloon deemuu malee, danda'ee Yesusiin Aabboo hin jenne, isan hubachuu maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu eennullee Ayyaana Rabbiitiin yoo dubbatu, Yesuus ka abaarame ka jedhu tokkollee akka hin jirre; Ayyaana Woyyu'uun yoo ta'e malee tokkollee, «Yesuus Goofta'a» jechuu akka hin dandeenne isin beessisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu eennullee Ayyaana Rabbiitiin yoo dubbatu, Yesuus ka abaarame ka jedhu tokkollee akka hin jirre; Ayyaana Woyyu'uun yoo ta'e malee, «Yesuus Goofta'a» jechuu tokkollee akka hin dandenne isin beessisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Hafuura Waaqaatiin eemaramee Yesusiin ka abaaru eennu'llee hin jiru, akkuma kanaan'llee Hafuura Qulqullu'uun eemaramee yoo ta'e malee, «Yesus Goofta'a!» ka jedhu, eennu'llee akka hin jirre isinitti ni hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami Ayyaana Waaqaatiin sooreffamee, Yesuus abaaru hin jiru; akkasuma Ayyaana Woyyichaan yoo sooreffame malee eennulle, «Yesuus Gootta'a» ka jedhu akka hin jirre akka beettanu barbaada.