1 Corinthians 12:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo kennaa caaltu dhaggatu'uuf jabaadha'a. Anille karaa duudii irra caalu isinitti hin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaa keesani waan jabdu ira keyad'a. Ammo wonti waan kana ch'ufa ira jabdu kara kana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf garaa keessan waan jabduu irra keeyadhaa. Ammoo wantii waan kana cufaa irra jabduu karaa kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kennaa badhaadhumma'aa ka maraa caalu jabaadha'aa barbaadaa'a; Akkasuma karaa waa maraa caalu isinitti mudhisaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kennaa badhaadhumma'aa ka maraa caalu jabaadha'aa barbaadaa'a. Akkasuma karaa waa maraa caalu isinitti mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf kennaawwan haalaan caalan argachu'uuf barbaadaa. Amma ammoo karaa maraa caalu, isinitti ni muldhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo kennaa caaltu dhaggatiisaaf jabaadha'a. Anille karaa duudii irra caalu isinitti hin mudhisa.