1 Corinthians 12:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hujiin adda addaa jirti; waan mara nama duudii keessatti ka huju Waaqa tokkochuma.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Humna hedduti ta woiini hojatani jira, ammo Waaqa toko ch'allati humna woiini hojatani nama ch'ufaa kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Humna hedduutti ta wahiin hojatan jira, ammoo Waaqaa tokko callaatti humna wahiin hojatan nama cufaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataan hujii isaa adda adda; Rabbiin maraa godhu ammo tokko.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkaataan hujii isaallee adda adda, Rabbiin maraa godhu ammoo tokko.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifitti hujii adda addaa'llee ni jiran, garuu maraa maraan ka raawwatu Waaqa tokko.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujiin adda addaa jirti; waan mara nama duudii keessatti ka huju Waaqa tokkochuma.