1 Corinthians 12:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kennansi Ayyaanaa ka nama duudii keessatti mudhatu, bu'aa nama duudi'iitiif kenname.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ufaa beesisa Lubbu toko kennani, aka woli wo bahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka walii wa bahu nama cufaa beesisa hafuura tokko kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kennaan Ayyaanaa ka nama maraa keessatti mudhatu bu'aa nama maraatiif kennama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kennaan Ayyaanaa ka nama maraa keessatti mudhatu bu'aa nama maraatiif kennama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokkoofuu kennaa Hafuura Qulqulluu ibisu'uun ka kennamuuf, faayiddaa wolittiitiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi Ayyaanaa ka nama duudii keessatti mudhatu, bu'aa nama duudi'iitiif kenname.