1 Corinthians 12:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tokkoof Ayyaanni sunuu dhugeeffannaa hin kenna; ka dhibi'iif kennansa dhibee irraa fayyisiisaa hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni nama toko d'ugefacha kennite, ka d'ibi ch'irruma kennitiifi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii nama tokkoo dhugeeffachaa kenne, ka dhibii cirrummaa kenneef;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tokkoo Ayyaanuma saniin amantaa, tokkoollee Ayyaanuma tokko saniin kennaa fayyisu'uu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tokkoo Ayyaanuma saniin amantaa, tokkoollee Ayyaanuma tokko saniin kennaa fayyisu'uu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurrummaan sun tokkoof amantii ni kennaaf, ka bira'aatii'llee kennaa Fayyisu'uu ni kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokkoof Ayyaanni sunuu dhugeeffannaa hin kenna; ka dhibi'iif kennansa dhibee irraa fayyisiisaa hin kenna.