1 Corinthians 13:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona dhugeeffannaan, addi'ii fi jaalalli, isaan sadiinuu jabaatanee jiraatan; isaan kana keessaa ka caalu ammoo jaalala.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ammatana wonti kunini sadeenu inteeti: d'ugefachaafi abdifi jaalala; ammo ta waan ch'ufa ira jirtu jaalala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma duuba dhugeeffachaan, abdiin, jaalaltii, wantii kunin sadeenuu intaati; ammoo ta waan cufaa irra jirtu jaalala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo akkana ta'e amantiin, abdiinii fi jaalalti sadiin kunniin jabaatanii jiraatan, kanniin maraa ka caalu jaalala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo akkana ta'e amantiin, abdiiniif jaalalti kunniin sadiin jabaatanii jiraatan, kanniin maraa ka caalu jaalala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa amantiin, abddii fi jaalallitti, isaan sadiin kunniin jabaatanii ni jiraatan, garuu isaan kanniin keessaa ka caalu jaalala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona dhugeeffannaan, addi'ii fi jaalalli, isaan sadiinuu jabaatanee jiraatan; isaan kana keessaa ka caalu ammoo jaalala.