1 Corinthians 13:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan qabu mara hiyyeeyyi'iif kennee, nafi kiyyalle akka gubatuuf dabarsee kennee, jaalala qabaatuu yoo dhabe ammoo, womaa naa hin baatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini waan qabu ch'ufa biyyaa kenne, Nafa kiyyale guba jed'e, ammo jaalala inqamne woma naa imbaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo waan qabu cufaa biyyaa kennee, “Nafa kiyyaallee gubaa” jedhee, ammoo jaalala hinqamnee homaa naa hinbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyii nyaachisu'uuf waan qabu maraa yoo qoode, foon kiyyallee yoo ibiddaaf kenne, jaalala ammo yoo hin qabaanne womaa hin fayyadu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiyyeeyyii nyaachiisu'uuf, waan qabu maraa yoo qoode, foon kiyyallee yoo ibiddaaf kenne, jaalala ammoo yoo hin qabaanne, womaa hin fayyadu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan qabu maraa hiyyeesotaaf yoo qoode, foon kiyya'llee uduu hin hafin ibiddaan akka gubatu dabarssee uduu kennee, jaalala yoo hin qabaatin, womaayyuu ana hin fayyadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan qabu mara hiyyeeyyi'iif kennee, nafi kiyyalle akka gubatuuf dabarsee kennee, jaalala qabaatuu yoo dhabe ammoo, womaa naa hin baatu.