1 Corinthians 13:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu'aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jaalalti miira guddinna, ufooniti, hure indalantu; jaalalti hameenna namati inhereddu;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jaalaltii miira guddinnaa ufooniti, hurree hindallantu; jaalaltii hameenna namaatti hinherreddu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hin taane hin hojjattu, waan ufii hin barbaaddu, hin biibboftu, hin aartu, gadoo hin laakkayattu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hin taane hin hojjattu, waan ufii hin barbaadduu, hin biibboftu, hin aartu, gadoo hin laakkayattu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalalli seera maleessa hin taasisu, jaalala naminni qabu faayiddaa ufii qofa hin barbaadu, jaalala naminni qabu hin dallanu, jaalala naminni qabu miidhame'llee miidhama akka miidhamaa titti hin lakkaayu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu'aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu.