1 Corinthians 13:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli yennaa mara hin ossa; yennaa mara dhugeeffata; yennaa mara hin addata; yennaa mara ciniinnatee ossata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti ufi injibaattu: d'ugefachaafi abdifi obsi isii muumme inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalaltii ufi hinjibaattu; dhugeeffachaa, abdii fi obsii isii muummee hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraa obsiti, maraa amanti, maraa abdii godhatti, waa maraa hin ciniinnatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maraa obsiti, maraa amanti, maraa abdii godhatti, waa maraa hin ciniinnatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala naminni qabu maraa ni danda'a, mara irrattuu amantii isaa ni kaaya, mara irratti abddii ni taasisa, waan maraanuu ni dhaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli yennaa mara hin ossa; yennaa mara dhugeeffata; yennaa mara hin addata; yennaa mara ciniinnatee ossata.