1 Corinthians 13:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli ijjumaa hin badu; ammoo raaga dubbatiisalle yoo te'e, hin hafa; afaan haareyaan dubbatiisalle yoo te'e, hin hafa; beekkunsalle yoo te'e, hin hafa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti haga jiru jireennale teeti. Dubbi Waaqa indubbatani ammo wonti suni hagu inteetu; afaani d'ibi inuma dubbatani ammo yoosu hobaani; hubachaani injirti ammo indabarti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalaltii haga jiruu jireennaallee injirti. Dubbii Waaqaa hindubbattanii wantii sun ammoo haguu hinteettu; afaan dhibii inuma dubbattanii ammoo yoosuu hobbaan; hubachaan injirtii ammoo indabarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalti hennaa maraa hin kuftu, raaguun ammo hin hafa, laagaa haarawwaniin dubbachuun hin hafa, beekkumsallee yoo ta'e hin bada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalti hennaa maraa hin kuftu, raaguun ammoo hin hafa, laagaa harawwaniin dubbachuun hin hafa, beekkomsallee yoo ta'e hin bada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala naminni qabu yeroo kamttuu hin kufu, kennaan waan Waaqinni itti hime dubbachu'uu ni dabrra, danddeettiin afaan adda addaatiin dubbachu'uu ni dabra, beekkomissa'llee taanaan ni dabra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli ijjumaa hin badu; ammoo raaga dubbatiisalle yoo te'e, hin hafa; afaan haareyaan dubbatiisalle yoo te'e, hin hafa; beekkumsalle yoo te'e, hin hafa.