1 Corinthians 14:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala hordofa'a; kennaa Ayyaana Woyyichaa, keessattuu raaga dubbatiisaa akka dhaggattanu jabaadha'aa barbaada'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala barbaadu maltani. Abdi teesani kenniti Lubbu gubba keyachu maltani, keesuma kenniti dubbi Waaqaatiini hasaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalala barbaaduu maltan. Abdii teessan kenniitii hafuuraa gubbaa keeyyachuu maltan, keesumaa kenniitii dubbii Waaqaatiin haasaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala faanaa deemaa'a; kennaa Ayyaanaa keessattuu raaga dubbachuu jabaadha'aa barbaadaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalala faanaa deemaa'a; kennaa Ayyaanaa keessattuu raaga dubbachuu jabaadha'aa barbaadaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa jaalala horddofaa, kennaawwan hafuura Qulqullu'uun, keessummaanuu kennaawwan keennaa waan Waaqinni namatti hime dubbachu'uu jabeennaan barbaadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala hordofa'a; kennaa Ayyaana Woyyichaa, keessattuu raaga dubbatiisaa akka dhaggattanu jabaadha'aa barbaada'a.