1 Corinthians 14:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isin kennaa Ayyaana Woyyichaa dhaggatiisaaf eega dharraatane, waan duuchii caalaa kennaa wolde'i kiristaanaa ittiin ijaaramu akka dhaggattanu jabaadha'aa barbaada'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani kenniti Lubbu feetaniifi, waan ch'ufa ira ta gumi qarqaarte jabeesitu barbaadu maltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo waan kennitii hafuuraa feetaniif, waan waan cufa irra gumii qarqaaree jabeessaa barbaaduu maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo isin worra kennaa Ayyaana woyyu'uu jabeessitanii barbaaddan yoo taatan woldaa Kiristaanaa jabeessu'uuf akka isinii badhatu barbaadaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammoo isin kennaa Ayyaana woyyu'uu jabeessitanii worra barbaaddan yoo taatan, woldaa Kiristaanaa jabeessu'uuf akka isinii badhatu barbaadaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee kennaawwan Hafuura Qulqullu'uu akka jabaa waan barbaadaniif, caala'atti barbaaduu ka qabddan kennaawwan kristaanonni ittiin ijaaraman, akka isaaniif baayi'ataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isin kennaa Ayyaana Woyyichaa dhaggatiisaaf eega dharraatane, waan duuchii caalaa kennaa wolde'i kiristaanaa ittiin ijaaramu akka dhaggattanu jabaadha'aa barbaada'a.