1 Corinthians 14:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nami afaan haareyaan dubbatu, waan dubbate san hiikuu akka dande'u daadimatuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami afaani d'ibiini dubbatu ha Waaqa kad'atuuti, aka Waaqi kenniti afaani deebisani isaa kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii afaan dhibiin dubbatu ha Waaqaa kadhatuutii, akka Waaqii kennitii afaan deebsanii isaa kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ka afaan haarawa dubbatu akka hiiku Rabbiin haa kadhatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf ka afaan haarawa dubbatu, akka hiiku Rabbiin haa kadhatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf afaanota adda addaatiin naminni dubbatu danddeettii hiiku'uu akka qabaatuuf haa kadhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami afaan haareyaan dubbatu, waan dubbate san hiikuu akka dande'u daadimatuu qaba.