1 Corinthians 14:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ayyaana keetiin yoo Waaqa galateeffattu, nami wonni ati jettu haareya itti teetee, hiikkaa dubbi'ii hin beekin, daadimannaa galataa ta ati dhikeessitutti, “Attam Ameen” jechuu dande'a ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini lubbu ch'allaani Waaqa galata deebifte, nami gumi teesani keesa tau kaani akami dandae, Amini jed'a? Inni kara waan atini jettuuni hubatu inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo atin hafuura callaan Waaqaa galata deebiftee, namii gumii teessan keessa taa'u kaan akkam danda'ee, “Ee'e jenne” jedha? Innii karaa waan atin jettuun hubatu hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana yoo hin taane, yoo ati Ayyaanaan eebbiftu, namni hin baranne taa'ee waan ati jedha'aartu yoo hin beenne, «Attam godhee galata keetii Amiin» jedha?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana yoo hin taane, yoo ati Ayyaanaan eebbiftu, namni hin baranne taa'ee waan ati jedha'aartu yoo hin beenne, «Attam godhee, galata keetii Amiin» jedhaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana ta'uu yoo dhabaate ammoo ati hafuuraan Waaqa yoo galateeffattu, waan ati jettu ka hin beekinne naminni keessummaan kadhannaa kee ka galataatiif, «Ameen» jechuu, attamitti danda'a ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ayyaana keetiin yoo Waaqa galateeffattu, nami wonni ati jettu haareya itti teetee, hiikkaa dubbi'ii hin beekin, daadimannaa galataa ta ati dhikeessitutti, «Attam Ameen» jechuu dande'a ree?