1 Corinthians 14:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daadimannaan galataa ta ati dhikeessite dansaa teetulle, nami dhibiin ammoo ittiin hin jabaatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo kad'achaani tante ta atini galataani deebiftu dansa taatele, namichi kaani qarqaarsa inargatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo kadhachaan tantee ta atin galataan deebiftu dansaa taateellee, namichii kaan qarqaarsa hinargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka misha'atti galatoonfatta; ka biraa ammo waan kanniiniin hin jajjabaatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati akka misha'aatti galateeffatta; ka biraa ammoo ittiin hin jabaatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu kadhannaan galataa ka ati dhiyeesite haala misha'aan, garuu naminni bira'aa ittiin hin ijaaramu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimannaan galataa ta ati dhikeessite dansaa teetulle, nami dhibiin ammoo ittiin hin jabaatu.