1 Corinthians 14:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isin duudii caalaa afaan haareyaan waan dubbadhuuf, Waaqa galateeffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqaa galata deebisa waan anini afaani d'ibiini isanii ch'ufa ira dubbachu dandaufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan isanii cufa irra afaan dhibiin dubbachuu danda'uuf, Waaqaa galata deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isin maraa caalaa afaan haarawaan waan dubbadhuuf Rabbii kiyya hin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani isin maraa caalaa afaan haarawaan waan dubbadhuuf Rabbii kiyya hin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani isin mara caala'atti afaan adda addaatiin waan dubbadhuuf, Waaqa ni galateeffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isin duudii caalaa afaan haareyaan waan dubbadhuuf, Waaqa galateeffadha.