1 Corinthians 14:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami hiiku yoo jiraatuu dhabe, ka afaan haareyaan dubbatu sun, ifii fi Waaqa calla'atti dubbatuu malee, wolde'a kiristaanaa keessatti cadhisuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami afaani deebisu injirre, nami tokoleeni woldeenna keesa indubbatiini, ammo ha ufiifi Waaqati dubbatuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii afaan deebisuuf yo hinjire, namii afaan dhibiin dubbatu sun ha ufiif Waaqaati dubbatuu malee, waldeennaa keessaatti hindubbatin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ka hiiku hin jiraanne ammo woldaa Kiristaanaa wodhakka'atti cadhisee ufii Rabbiin woliin haa dubbatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo ka hiiku hin jiraanne ammo woldaa Kiristaanaa wodhaka'atti cadhisee, ufii Rabbiin woliin haa dubbatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni hiiku yoo jiraachuu dhabaate garuu, afaan adda addaatiin worri dubbatan woligayii irratti haa caldhisan, mataa isaaniitii fi Waaqa qofatti haa dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hiiku yoo jiraatuu dhabe, ka afaan haareyaan dubbatu sun, ifii fi Waaqa calla'atti dubbatuu malee, wolde'a kiristaanaa keessatti cadhisuu ti.