1 Corinthians 14:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Raagoti lama yookiin sad te'anee dubbatanuu ti; worri dhibiin ammoo waan isaan jedhane qorqoruu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lamaa sadi ka dubbi, Waaqa barsiisu ha dubbatuuti, ato jari kaani waan worri jed'u ch'aqasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii lamaa sadii ka dubbii Waaqii warraatti mullise dubbatuuti; jarii kaan ammoo ha waan warrii dubbatu caqasuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni lama yookaan sadihi ta'anii haa dubbatanii, kuuwwan ammo adda isaanii haa baasanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattonni lama yookiin sadi ta'anii haa dubbatanii, kuuwwan ammoo adda isaanii haa baasanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan Waaqinni hime worri dubbatan lama yookiin sadihi ta'anii haa dubbatan, kuunniin garuu waan dubbate dhageeffataniii ufi eegganna'aan haa madaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti lama yookiin sad te'anee dubbatanuu ti; worri dhibiin ammoo waan isaan jedhane qorqoruu ti.