1 Corinthians 14:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami raaga dubbatu, namoota ijaariisaaf, jabeessiisaa fi jajjabeessiisaa dubbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami Dubbi Waaqa dubbatu namaani dubbateti qarqaare garaafi qalbi jabeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dubbii Waaqaa dubbatu namaan dubbateetti qarqaaree garaa fi qalbiillee jabeessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka raaga dubbatu ammo ijaaru'uuf, gorsu'uuf, jajjabeessu'uuf namatti dubbata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka raaga dubbatu ammoo ijaaru'uuf, gorsu'uuf, jajjabeesu'uuf namatti dubbata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan Waaqinni itti hime ka dubbatu garuu kaaniin dhaabu'uuf, cimssu'uu fi jajabeessu'uuf namootatti ni dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami raaga dubbatu, namoota ijaariisaaf, jabeessiisaa fi jajjabeessiisaa dubbata.