1 Corinthians 14:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra tee'ane keessaa nama dhibi'iif mudhiin yoo kennanteef ammoo, ka duraan dubbatiisatti jiru sun cadhisuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nami gumi keesa tau toko d'aamsa Waaqa ira argate, nami dubbachu jiru ha ch'allisuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo ammoo warra achi tataa'uu sun keessaa nama tokkoo dhaamsii Waaqaa irraa dhufee, namii dubbachuu jiru ha callisuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra achi taa'an ka biraatitti wonti tokko yoo isaa ifeef ka duraa haa cadhisuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra achi taa'an ka biraatitti wonti tokko yoo isaa ifeef ka duraa haa cadhisuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woligayii irratti ka argamu nama bira'aatiif muldhanni tokko yoo itti muldhate, dubbataan jalqabaa haa caldhisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra tee'ane keessaa nama dhibi'iif mudhiin yoo kennanteef ammoo, ka duraan dubbatiisatti jiru sun cadhisuu ti.