1 Corinthians 14:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Waaqi Waaqa nageyaati malee, ka hoga'aatii moti. Akkuma wolde'a kiristaanaa duudii keessatti te'u,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi aka nu wolti goonu infed'u, ammo inni aka nu nagayaani teennu fed'a. Akuma woldeenna gumi ch'ufa keesa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif Waaqii akka nu walti goonu hinfedhu, ammoo innii akka nu nagayaan teennu fedha. Akkuma waldeenna gumii cufa keessa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa nagayaati malee Waaqa wocaa waan hin taaneef. Woldaa Woyyuu Kiristaanaa marattuu akkanuma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Waaqa nagayaati malee, Waaqa wocaa waan hin taaneef. Woldaa Woyyuu Kiristaanaa marattuu akkanuma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woldaya ummata Waaqaa mara birattuu akkuma raawwatamu, Waaqinni Waaqa nagayaati malee Waaqa jeequmssaatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Waaqi Waaqa nageyaa ti malee, ka hoga'aatii moti. Akkuma wolde'a kiristaanaa duudii keessatti te'u,