1 Corinthians 14:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
dubartooti wolde'a Kiristaanaa keessatti cadhittuu ti. Akkuma Seerri Muuse'ee jedhutti, dubartooti akka ajajantu malee, akka dubbattuuf hin eeyyamanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nad'eeni ch'allisu malte woldeenna keesa. Isiini dubbachu himmalle; akuma Seeri duri jed'e biyya dura deemu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nadheen callisuu malte waldeenna keessa. Isiin dubbachuu himmalle; akkuma seerii durii jedhe biyya dura deemu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni woldaa Kiristaanaa keessatti haa cadhisanii. Seerri akkasuma akka jedhu akka ajajamtaniif malee akka dubbatan waan isaanii hin eeyyamamneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoonni woldaa Kiristaanaa keessatti haa cadhisanii. Seerri akkasuma akka jedhu akka ajajamtaniif malee, akka dubbatan waan isaanii hin eeyyamamneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni yeroo woligayii kadhanna'aa haa caldhisan, akkuma Seerri ajaju akka ajajamaniif malee akka dubbataniif isaanii hin eeyyamaminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dubartooti wolde'a Kiristaanaa keessatti cadhittuu ti. Akkuma Seerri Muuse'ee jedhutti, dubartooti akka ajajantu malee, akka dubbattuuf hin eeyyamanne.